ChatGPT fayyadamuun wantoota ajaa'ibaa hojjechuu dandeenyu 6 || ChatGPT Mind Blowing Features 2023

Burka Tech
Burka Tech
547 بار بازدید - پارسال - #chatgpt Video
#chatgpt
Video kana keessatti faayidaawwan garaagaraa #ChatGPT gargaaramuun argachuu dandeenyu haala bareedaan ibsamee jira waan taheef daawwachuun irraa fayyadamaa.
Dabalataanis video armaan gadii daawwachuu dandeessu.

Maalummaa fi akkaataa itti fayyadama ChatGPT || How to Use OpenAI ChatGPT in Ethiopia by Afaan Oromoo
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Maalummaa fi akkaataa itti fayyadama ...

Channel keenya ammoo subscribe gochuun maatii keenya nuuf ta'aa jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@burkatech
پارسال در تاریخ 1402/01/19 منتشر شده است.
547 بـار بازدید شده
... بیشتر